Skip survey header
Oromo▾

Qorannoo Duraa Maatii Zeno 2022-2023

Oromo

Qajeelfamoota. Qorannoon duraa kun waa’ee daa’ima keessanii, muuxannoo ijoollee biroo umuriin isaanii waggaa 3-5 ta’e waliin qabdu, fi muuxannoo herregaa barachuu, hojjechuu fi barsiisuu duran bara kana Zeenoo waliin gadi fageenyaan bobba’uu isaati. Mee yaada, ilaalcha, fi muuxannoo yeroo ammaa qabdu irratti hundaa'uun deebii kenni. 

Iccitii eeguu. Xumura qorannichaa irratti, kutaa Dimoogiraafiksii jedhamu keessatti, maqaa jalqabaa fi dhumaa, maqaa fi guyyaa dhaloota daa’ima keessanii, fi odeeffannoo dhuunfaa biroo isin gaafanna. Kaayyoon odeeffannoo kana gaafachuun jijjiirama muuxannoo keessan adeemsa waggaa keessatti mul’atu murteessuuf. Odeeffannoon kun sagantaalee fi taphoota maatii haala gaariin tajaajilan dizaayinii gochuu keessatti Zeenoo ni gargaara. Maqaan kee fi daa’ima keetii fi odeeffannoon adda baasu kan biroo sababa kamiinuu hin fayyadamnu. Gabaasni hundi kan maqaan hin beekamne ta'a.  

Yeroo fi xiyyeeffannoo keessanii fi Zeno tajaajilaa fi tumsa maatii, hawaasa, fi michoota keenya waliin fooyyessuuf gargaaruu keessaniif galatoomaa.