Skip survey header
Oromo

Yarra Moves

Yarra bakka namni hunduu haala jireenyaa fayya qabeessa itti jiraatuu fi yeroo hunda sochii itti godhu akka ta'u ni barbaadna.

Qoorannoo armaan gaditti argamuuf deebi kennuun akkataa ummanni keenya haala irra caalatti sochii godhuuf akkaata  gargaaruu  dandeenyu irratti yaada nuu kenna.
Waggoota lamaan itti aananiif karoora keenya beeksisuuf dub-deebi keessan itti fayyadamna.

Qoorannoo keenya guuta

 
2. Sochii gochuuf maaltu isin kakaase? 

 
3. Sochii gochuuf maaltu isin dhorke?
4. Magaalaa Yarra keessatti sochiiwwan akkamii yaaluu barbaaddu?

 
5. Daangaan umurii keessani